Mosisaa

1527

由JL Moosisaa Reegee 使用Suno AI

Mosisaa
v4

@JL Moosisaa Reegee

Mosisaa
v4

@JL Moosisaa Reegee

lyrics
Akumaa ofii enuu namaa ta'a garaa namaa ga'aa(*2)

Dandiin soban darbanii galuuf namaa dhibaa akkumtaa sif ta'aa
Kamituu sifii naa'a oromoo addaa bafdhuu kaa

Wanii sifii yadaanii faffakesanii ooodesanii
Nu hidhaani nu hiraasani nu ajesaanii
Qe'esii nuu balesaanii

Dhalchinani dhalchiii ilmaa baftuu gumaa
Yartuu namaa ganaa fagodha dubiin jarra kana si achii dubiin barraa kanaa(*2)

Harkaa nyachifteni si nyatii addaaf safuu betuu ofii bokositi qabani qabaa gutuu

Mana ta'ee du'aa hin egaadhu murtese ba'ee mirgaa kankoo falmaachudha
Murtese ba'ee biyyaa kankoo tifachudha

Ani gamaa kiyyaan galaa jiruu oso bilisomone oromiyaa
oso debinee gaafiin saba kiyyaa
Oso kabjamane mirgii lamii kiyya
Oso sarramane dangaan oromiyaa
Oso gadii hin dhabane fajii bilisumaa (*4)
音樂風格
Ethiopia oromoo culture of arsii dance

你可能會喜歡

相關播放列表

歌曲的封面عماد يا نجم النجاح
v4

由 HFHWADC DFGDFFGX 使用 Suno AI 建立

歌曲的封面智勝鋼鐵進行曲
v4

由 shi-tai huang 使用 Suno AI 建立

歌曲的封面Die letzte Kriegerin (Dschingis Khan) 32 IV
v4

由 Rüdiger Großer 使用 Suno AI 建立

歌曲的封面كل عام وانتي بخير يا أمي
v4

由 Aalzaymoor Alzaymoor 使用 Suno AI 建立