Mana ta'ee du'aa hin egaadhu murtese ba'ee mirgaa kankoo falmaachudha Murtese ba'ee biyyaa kankoo tifachudha
Ani gamaa kiyyaan galaa jiruu oso bilisomone oromiyaa oso debinee gaafiin saba kiyyaa Oso kabjamane mirgii lamii kiyya Oso sarramane dangaan oromiyaa Oso gadii hin dhabane fajii bilisumaa (*4)