Maalin Na Madaaltuu

1171

Música criada por Kemiso Abebe com Suno AI

Capa da música Maalin Na Madaaltuu
Maalin Na Madaaltuu
v4

@Kemiso Abebe

Capa da música Maalin Na Madaaltuu
Maalin Na Madaaltuu
v4

@Kemiso Abebe

Letra da música
[Verse 1]
Eenyummaa koo beektuu
Ati eenyu naan jettuu?
Ija gartokkeemoo lamaan na ilaaltuu
Maaliin na madaaltuu?
Ofumaa seenaa koo akka agartan faaltuu
Ofumaa afaaniin gadi taa'i naan jettuu?
Moo anaan beektani

[Pre-Chorus]
Na hin murteessinaa
Na hin xinxallinaa
Naan jettaniin dura
Maalin beekuu keessan?

[Chorus]
Maalin na madaaltuu?
Maalin na madaaltuu? (na madaaltuu)
Eenyuummaa koo beektuu
Ati eenyu naan jettuu?
Maalin na madaaltuu?
Maalin na madaaltuu? (na madaaltuu)

[Verse 2]
Ani waan isin argitan qofa miti
Gabaabinaan na hin galu
Ani keessa koo qaba
Kan mataa keessan hin gubne
Osoo na hin qunnamin
Murtii na irratti hin dabarsinaa
Maalin jedhu keessaa
Kitaaba koo hin baninaa

[Pre-Chorus]
Na hin murteessinaa
Na hin xinxallinaa
Naan jettaniin dura
Maalin beekuu keessan?

[Chorus]
Maalin na madaaltuu?
Maalin na madaaltuu? (na madaaltuu)
Eenyuummaa koo beektuu
Ati eenyu naan jettuu?
Maalin na madaaltuu?
Maalin na madaaltuu? (na madaaltuu)
Estilo de música
Afrobeats-inspired Oromo pop with mid-tempo swung percussion and bouncing hand drums; verse stays intimate with close-mic lead and light harmony replies, pre-chorus lifts with rising chants and a brief breakdown, chorus lands on a short call-and-response hook with stacked doubles and gang vocals. Add ear candy from reversed swells, crisp rim clicks, and a bright synth pluck. Mix is warm, punchy, and upfront.

Você pode gostar

Capa da música Az én életem
v6 Mini

Criado por János com Suno AI

Capa da música REACTOR BLOOM
v6 Pro

Criado por slawomir com Suno AI

Capa da música El árabe hash
v6 Mini

Criado por ChelinTheViking Martinez com Suno AI

Lista de reprodução relacionada