Sagni

564

Zenét készítette: Zed Do Suno AI

Sagni
v4

@Zed Do

Sagni
v4

@Zed Do

Dalszöveg
Anis beekaa rakkoo koo
Uruu hin walalle intaalaa koo
Mizee ta'een fixee ganzaaba koo
Dhisuuf barreeddudha intalli koo

Uruuf zeeroo jetti kissiin koo
Onneen koo siif gubataa guutuu guutoo
Yeroon si yaadu addunyaan naaf jijjiiramti
Intalli koo, si jaalladha ani dhugoomti

Guyyaa hunda yaadaan kee na nyaata
Halkan hunda maqaa kee nan waamata
Yeroo dadhabee lubbuun koo na dhiista
Si yaadachuun humna naaf taata

Uruuf zeeroo jetti kissiin koo
Onneen koo siif gubataa guutuu guutoo
Yeroon si yaadu addunyaan naaf jijjiiramti
Intalli koo, si jaalladha ani dhugoomti

Yoo fagaadhe, yaadi kee na geessa
Yoo boo’e, sagaleen kee na qabbaneessa
Addunyaa guutuu yoo na didde illee
Ati qofti koo taatee na eebbifta

Uruuf zeeroo jetti kissiin koo
Si dhabuu sodaadha ani guutuu guutoo
Jireenya koo siif kenneera ani har’a
Intalli koo, si jaalladha hamma du’a

Si wajjin jiraachuun abjuu koo
Si dhabuu hin barbaadu lubbuu koo
Onneen koo siif jiraata bara baraan
Intalli koo… jaalala koo dhugaan
A zene stílusa
Classic Rock, Sadness, Male Voice, 120-160 BPM

Talán tetszene

A dal borítója Выхадныя 4
v4

Készítette: Влад Воронин Suno AI

A dal borítója Disco Gange Fever
v4.5

Készítette: Roberto Lazzaris Bertoldi Suno AI

A dal borítója Phonk
v4

Készítette: Hemanth .r Suno AI

Kapcsolódó lejátszási lista