เนื้อเพลง
[Verse]
Ati Gaafan kophaa ta'ee
Nama hawwee yaadu
[Verse 2]
Dhiphuu koo obbaafachuuf
Gaafan michuu barbaadu
[Chorus]
Gaafan bitaa na galee
Lafa lixaa wallaale
[Bridge]
Waan qabatanis dhabee
Oliif gadi gaafan ilaale
[Verse 3]
Jiruuffi jireenya
Yoomillee hin dagatanii
[Verse 4]
Safuu waliin dhaabbachuuf ee
Jireenya koo fi na jabeessaa