Silaasimalee

842

Musica creata da Sebontu Ahmed con Suno AI

Silaasimalee
v4

@Sebontu Ahmed

Silaasimalee
v4

@Sebontu Ahmed

Testi
[Intro]
[syncopated electric bass, clean electric guitar scratches, drum kit enters with steady backbeat]
[brass section enters with pentatonic fanfare]

[Verse 1]
[Male vocals enter]
Cimdii cimdii, ta’anii yoodeman
Si dhabuu kootiif, hinaaffaan naqabe
Har’as si dhabee buluufii laata?
Maalo nafkoottu!
[brass stabs]
Cimdii cimdii, ta’anii yoodeman
Si dhabuu kootiif, hinaaffaan naqabe
Har’as si dhabee buluufii laata?
Maalo nafkottu kottu!..


[Pre-Chorus]
[Full band with organ stabs]
Naannokoo yoon ilalu, ati waan jirtu
Ati waa hin jirtu...
Yoon olilaalu, isheen yaade arguuf
Ijjiko yo jooru, atiwaan jirtu
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!

Naannokoo yoon ilalu, ati waan jirtu
Ati waan jirtu...
Yoon olilaalu, isheen yaade arguuf
Ijjiko yo jooru, atiwaan jirtu
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!


[Chorus]
Silaa simale... waan garaakoo baase
Silaa simale... sirriittin harganu
Dhiphuukoo kan naaf salphisu
Silaa simale... eenyuun qaba ani?
Maali yoo jedhame, ajaja keetiini
Maali yoo jedhame, hargansi qaama koo
Hamma si arge si dubbisutti

[Instrumental Break]
[Brass section melody, driving percussion, wah-wah guitar solo]


[Verse 3]
Qofaa koo yaadus yaaduus, yaadni nan dhisu
Mana koo qabbana, kophaan nanyaate
Fala dhabe, yoon rakkadhu
Mormi koo gad-jedhee, yaadni kee hammaate
Naf hin dhuftu? A-ha-ha... yaqaama koo

Qofaa koo yaadus yaaduus, yaadni nan dhisu
Mana koo qabbanaa, kophan nanyaatte
Fala dhabee, yoonrakkadhu
Mormi koo gad-jedhee, yaadni kee hammaate
Naaf hin dhuftuu? A-ha-ha... yaa qaama kooti


[Bridge]
Silaa simale... gaarii ta'uu dhiise
Sila simale... oolmaaf bultiinkoo
Silaa simale... sirriin ta’u
Silaa simale... dhiigni koon hojjatu

Maali yoo jedhame, ajaja keetiini
Maali yoo jedhame, hargansi qaama koo
Hamma si arge si dubbisutti
Maali yoo jedhame... callisuun deebii kooti

Naannokoo yoon ilalu, ati waan jirtu
Ati waa hin jirtu...
Yoon olilaalu, isheen yaade arguuf
Ijjiko yo jooru, atiwaan jirtu
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!

Naannoko yoon ilalu, ati waan jirtu
Ati waan jirtu...
Yoon olilaalu, isheen yaade arguuf
Ijjiko yo jooru, atiwaan jirtu
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!

[Outro]
[Brass fanfare repeats]
Naannokoo yoon ilalu, ati waan jirtu
Ati waa hin jirtu...
Yoon olilaalu, isheen yaade arguuf
Ijjiko yo jooru, atiwaan jirtu
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!

Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Wayyo wayyo...
Nagoote a-ha-ha... wayyo wayyo!
Wayyo wayyo…
[Fade out with rhythmic guitar and brass]
Stile di musica
Ethio-jazz and Afro-funk fusion. Features a prominent brass section with trumpet and saxophone playing pentatonic melodies. The rhythm section consists of a syncopated electric bassline, clean-tone el

Potrebbe piacerti

Copertina della canzone Örökké a nővérem
v4

Creato da Johanna Nagy con Suno AI

Copertina della canzone الاستاذ علي
v4

Creato da علي محمد con Suno AI

Copertina della canzone Még Egy Perc
v4

Creato da Erzsébet Bércesi con Suno AI

Copertina della canzone La magia de la vida
v4

Creato da Laura Daza Gordillo con Suno AI

Playlist correlata

Copertina della canzone Újra itt a nyár
v4

Creato da Katona Tomi con Suno AI

Copertina della canzone 낙동강3
v4

Creato da HeeJoong Park (VISC) con Suno AI

Copertina della canzone شرارة الميدان
v4

Creato da علي هادي الغابة con Suno AI