Naaf game

1079

Musique créée par RES MAN avec Suno AI

Naaf game
v3.5

@RES MAN

Naaf game
v3.5

@RES MAN

Paroles
Respect
I now you do it
Waaag waag

Grrrrrrrrrrrrrpaw

Maaliif abdii hin kuttu bonaa ganna joortee atoo homaa hin fidne
Rakkinni kee maali waan tokko eegaltee si godhu akka hin fixne
Jedhees akka taphaa kan sitti dubbatu nan beeka akka hin dhibne

Nadhageessee yaale jireenyi lafarraa of keessaatii qaba gidiraa hin dhaabbanne
Tirachaa adeemi abdiin dhabe jettees tasa akka hin dhaabbane

Barrille hammaatee obbolaaf obolaa walirratti kaase 
Waan har'a jiraatee boor irraa godaanuuf meeqatu wal balleesse
Bay'en abdii kutee kanis hundaa nuffee
Mukati of fannise



Maloo of hin gatiin hidhannoo kee cimsi
Osoo kufte arges kan si kaasu hin jiru
Ofummaan of tumsi (x2)

Waanan ta'ef nama
Gubaa baay'en qaba kan garaan koo baatu
Ulfadha akka hinjennes 
Jia sagal qofaaf miti umurii koo guutuu
Kanaaf bar garaa koo ofii tattaafadhu silas nama abdatte yoomuu nama hin taatu

Anaan kan nadhibu
maaliif namni keenya isa qabu wajiin kokkolfee dabarsaa
Rakkataa yoo argu nyaara itti guuree arrabaan dadhabsa
Innoo homa hin qabu fakkatii namaatiim  jedhee biyyaf  labsaa
Dafqee hojjetule galata hin kenninef inni soroorfatus nagaa hin argataan duba isaa deemanii hunda jalaa dabsaa

Yoo mataa gad qaban innoo homaan beeku gowwaa dha jedhamaa
Style de musique
Rap

Tu pourrais aimer

Couverture de la chanson Fue real
v4

Créé par Alvaro Valiña avec Suno AI

Couverture de la chanson я уже не маленькая девочка
v4

Créé par Анастасия Конончик avec Suno AI

Liste de lecture associée

Couverture de la chanson ez az
v4

Créé par lászló csordás avec Suno AI

Couverture de la chanson Tam, gdzie jesteś Ty
v5

Créé par Jerzyna K avec Suno AI

Couverture de la chanson Desde Chacté
v4

Créé par Luis Hó avec Suno AI