New oromoo music jiraachu dadhabe jaal mosisas sabaa

740

Musique créée par Regee ragaa Sabaa avec Suno AI

New oromoo music jiraachu dadhabe jaal mosisas sabaa
v4

@Regee ragaa Sabaa

New oromoo music jiraachu dadhabe jaal mosisas sabaa
v4

@Regee ragaa Sabaa

Paroles
Jirachuu dadhabe maalee
Mirgii Koo sarbmeemaalee
Jalaadhe bane qawee
Bilisomee jiraachu hawee

Hortee ofii jaaldhabdhe
Qe'ee samee onsee
Hidhee nu hiraasee
Ayoo ofii jabesaa
Gumaa wboma basaa

Yakkama shakama jirachuu nu funeraa
Tokkumaa cimsine rorisaa hin kanfan ofiraa
YaaLelilise ee farrasaa olii kasee mirmirsa
Akkaa lubbuu si jalaadha situ enyumaa ko ibsaa

Akkaa maashoo iftaa
Enyumaa Koo ibsita
Hundaa si jalaata
Sif ofwerguu jedhee

Taree irraa dhabata


Hoooma homaa gurtee soba tultee
Woraa Dhantu dibee dhalonii si jibee
Ila gama gamaan dhugaa qabani
argaa jaaran Mo'un barraan (*2)

Ithiophia hadhaa shiraa
Badii cacabi ta'ii darraa
Walaa ketiraa oromiyaa
Wolbaa ijaraa

Amaa yeroo wolii birmaatan
Wolitii abdatani roroo qolatani
Ofii ta'aan ofgaanii bilisomu
Amaa egaa wolii tolanii wolii galanii
Alaa galanii bilisomu ama
Style de musique
Afrobe

Tu pourrais aimer

Couverture de la chanson Clock In My Chest
v4

Créé par DjibCulture avec Suno AI

Couverture de la chanson vivere e muri
v4

Créé par Antonio Mattiello avec Suno AI

Couverture de la chanson Niet Vergeten Roos
v4

Créé par K. van Veen avec Suno AI

Liste de lecture associée