Na geessuuf qajeelinnaatti seerri guddistuukoo ture Seera fiixaan baasee yesuus dhamaatiittii na furee Hin jiraadhu sichi ani harka guddiftuukoo jala Mucaa waaqayyoo lammii waaqarraa ta’eera An ilma malee garbicha mitii Qabeenyi abbaakoo hunduu kankooti X Ani dhaaltuu isaatii X