Guddiftuu

1212

Musik erstellt von Gamme Kelbessa mit Suno AI

Guddiftuu
v3.5

@Gamme Kelbessa

Guddiftuu
v3.5

@Gamme Kelbessa

Text
Na geessuuf qajeelinnaatti seerri guddistuukoo ture
Seera fiixaan baasee yesuus dhamaatiittii na furee
Hin jiraadhu sichi ani harka guddiftuukoo jala
Mucaa waaqayyoo lammii waaqarraa ta’eera
An ilma malee garbicha mitii
Qabeenyi abbaakoo hunduu kankooti X
Ani dhaaltuu isaatii X

Garaakoo keessa kaa’ee hafuurasaa abba abbaa jedhu
Waamaachuuf leeyyoo hin qabu gaafachuuf waanan fedhu
Faara tolaan na laalee erga waamee maqaakoo
Uffadheen ittiin boonaa faayaa midhagakoo yesuus ulfinakoo
Musikstyle
Rock and Chicchicta

Du magst vielleicht

Verwandte Playlist